2 ሳሙኤል 7:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Yaa Waaqayyo, ati saba kee Israa'eliif Waaqayyo in taate, bara baraanis akka inni saba dhuunfaa kee ta'u in goote*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Ati saba kee Israaʼelin kan ofii keetii gootee bara baraan dhaabdeerta; yaa Waaqayyo ati Waaqa isaanii taateerta. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 አት ሰበኬ እስራኤልን ከን ኦፊኬቲ ጎቴ በረ በራን ዻብዴርተ፤ ያ ዋቀዮ አት ዋቀሳኒ ታቴርተ። See the chapter |