Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 7:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 Yaa Waaqayyo, kunumti iyyuu si duratti kan ga'u ta'ee mul'achuu dinnaan, sanyiin garbicha keetii gara fuul duraatti maal ta'uuf akka jiru ati dubbatteetta; yaa Waaqayyo gooftaa, kun seera ta'ee warra kaaniifis in hojjetaa>>

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 Yaa Waaqayyo Gooftaa, akka waan wanni kun fuula kee duratti gaʼaa hin taʼiniitti ati waaʼee mana garbicha keetii kan fuul duratti taʼus dubbatte. Yaa Waaqayyo Gooftaa, edaa walitti dhufeenyi ati namoota wajjin qabdu kanaa?

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 ያ ዋቀዮ ጎፍታ፣ አከ ዋን ወን ኩን ፉለኬ ዱረት ገኣ ህንተእኒት አት ዋኤ መነ ገርብቸኬቲ ከን ፉል ዱረት ተኡስ ዱበቴ። ያ ዋቀዮ ጎፍታ፣ ኤዳ ወልት ዹፌኝ አት ነሞተ ወጅን ቀብዱ ከና?

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 7:19

Follow us:

Advertisements


Advertisements