2 ሳሙኤል 7:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Yommus Daawit mootichi dunkaana sanduuqi kakuu Waaqayyoo keessa jirutti ol lixee taa'ee, <<Yaa Waaqayyo gooftaa! Ani, sanyiin koos iddoo kanaaf kan taanu utuu hin ta'in, ati ittiin nu geesseetta. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Ergasii Daawit mootichi ol seenee fuula Waaqayyoo dura taaʼee akkana jedhe: “Yaa Waaqayyo Gooftaa, kan ati asiin na geesse ani eenyu? Maatiin koos maali? See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ኤርገሲ ዳዊት ሞትች ኦል ሴኔ ፉለ ዋቀዮ ዱረ ታኤ አከነ ጄዼ፦ “ያ ዋቀዮ ጎፍታ፣ ከን አት አሲን ነ ጌሴ አን ኤኙ? ማቲንኮስ ማል? See the chapter |