2 ሳሙኤል 7:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Naataan yommus wanta Waaqayyo mul'ataan isatti dubbate hundumaa Daawititti in hime. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Naataanis dubbii mulʼata kanaa hunda Daawititti hime. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ናታንስ ዱቢ ሙልአተ ከና ሁንደ ዳዊትት ህሜ። See the chapter |