Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 7:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Ani abbaa isaaf nan ta'a, innis ilma koo in ta'a; yommuu inni balleessu akka nama ilma isaa adabuutti karaabaadhaan reebee isa nan adaba*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Ani isaaf abbaa nan taʼa; innis ilma naa taʼa. Yommuu inni balleessaa hojjetuttis ulee namootaatiin isa nan adaba; alangee ilmaan namaa ittiin garafamaniinis nan garafa.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 አን እሳፍ አባ ነንተአ፤ እንስ እልመ ና ተአ። ዮሙ እን በሌሳ ሆጄቱትስ ኡሌ ነሞታቲን እሰ ነንአደበ፤ አለንጌ እልማን ነማ እቲን ገረፈመኒንስ ነንገረፈ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 7:14

Follow us:

Advertisements


Advertisements