2 ሳሙኤል 7:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Barri kee ga'ee yommuu duutu, abboota kee birattis yommuu awwaalamtu, sanyii kee keessaa tokko iddoo kee mootii nan godha; innis warra ati dhalchite keessaa tokko in ta'a; mootummaa isaas nan jabeessa. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 yommuu barri jireenya keetii dhumee ati abbootii kee wajjin boqottutti ani akka inni iddoo kee buʼuuf sanyii kee kan gudeeda keetii baʼu nan kaasa; mootummaa isaa illee jabeessee nan dhaaba. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ዮሙ በር ጅሬኘኬቲ ዹሜ አት አቦቲኬ ወጅን ቦቆቱት አን አከ እን እዶኬ ቡኡፍ ሰኚኬ ከን ጉዴደኬቲ በኡ ነንካሰ፤ ሞቱማሳሌ ጀቤሴ ነንዻበ። See the chapter |