2 ሳሙኤል 7:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Daawit mootichi mana mootummaa isaa keessa nagaadhaan in jiraate; Waaqayyos diinota warra naannoo isaa jiran hundumaa isa irraa deebisee boqonnaa in kenneef. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Mootichi erga masaraa isaa keessa jiraachuu jalqabee Waaqayyo diinota isaa kanneen naannoo isaa jiran hunda jalaa isa boqochiisee booddee, See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ሞትች ኤርገ መሰራሳ ኬሰ ጅራቹ ጀልቀቤ ዋቀዮ ዲኖተሳ ከኔን ናኖሳ ጅረን ሁንደ ጀላ እሰ ቦቆቺሴ ቦዴ፣ See the chapter |