2 ሳሙኤል 6:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Yeroo kun ta'etti, Daawit Waaqayyoon sodaatee,<<Attamitti sanduuqa kakuu Waaqayyoo anaaf fiddu ree?>> jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Daawitis gaafa sana Waaqayyoon sodaatee, “Taabonni Waaqayyoo akkamitti gara koo dhufa?” jedhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዳዊትስ ጋፈ ሰነ ዋቀዮን ሶዳቴ፣ “ታቦትን ዋቀዮ አከምት ገረኮ ዹፈ?” ጄዼ። See the chapter |