2 ሳሙኤል 6:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Daawit immoo sababii Waaqayyo badiisa kana Uzaatti fideef in aare; maqaan iddoo sanaas hamma har'aatti iyyuu<<Pherez-Uzaa>> jedhama; [kana jechuun <<Badiisa Uzaa>> jechuu dha.] See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Daawitis sababii Waaqayyo akka malee Uzaatti dheekkameef ni aare; iddoon sun hamma harʼaatti Phereez Uzaa jedhamee waamama. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዳዊትስ ሰበቢ ዋቀዮ አከ መሌ ኡዛት ዼከሜፍ ንኣሬ፤ እዶን ሱን ሀመ ሀርኣት ጴሬዝ ኡዛ ጄዸሜ ዋመመ። See the chapter |