2 ሳሙኤል 6:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Isaan sanduuqa kakuu Waaqayyoo mana Abinaadaab isa gaara irra ture keessaa fuudhanii, konkolaataa haaraa tokko irra in kaa'an; ilmaan Abinaadaab Uzaa fi Ahiiyon immoo horii konkolaataa haaraa sana harkisan in oofu turan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Isaanis taabota Waaqaa gaarii haaraa irra kaaʼanii mana Abiinaadaab kan gaara irra jiru sanaa baasanii fidan. Ilmaan Abiinaadaabii, Uzaa fi Ahiiyoon gaarii haaraa sana oofaa turan; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 እሳንስ ታቦተ ዋቃ ጋሪ ሃራረ ካአኒ መነ አቢናዳብ ከን ጋረረ ጅሩ ሰና ባሰኒ ፍደን። እልማን አቢናዳቢ፣ ኡዛፊ አሂዮን ጋሪ ሃራ ሰነ ኦፋ ቱረን፤ See the chapter |