2 ሳሙኤል 6:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Jarri sanduuqa kakuu Waaqayyoo fidanii, dunkaana isa Daawit dhaabe keessa iddoo isaa in kaa'an; kana booddees Daawit, qalma gubamuu fi qalma araaraa Waaqayyoof in dhi'eesse. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Isaanis taabota Waaqayyoo fidanii dunkaana Daawit dhaabeef keessa ni kaaʼan; Daawitis aarsaa gubamuu fi aarsaa nagaa fuula Waaqayyoo duratti dhiʼeesse. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 እሳንስ ታቦተ ዋቀዮ ፍደኒ ዱንካነ ዳዊት ዻቤፍ ኬሰ ንካአን፤ ዳዊትስ ኣርሳ ጉበሙፊ ኣርሳ ነጋ ፉለ ዋቀዮ ዱረት ዽኤሴ። See the chapter |