2 ሳሙኤል 6:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Akkasitti Daawitii fi Israa'eloonni hundinuu sagalee gammachuu, sagalee fiinoos dhageessisaa, sanduuqa kakuu Waaqayyoo ol in fidan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 innii fi Israaʼel hundi “hoo” jechaa sagalee malakataatiin taabota Waaqayyoo fidan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 እኒፊ እስራኤል ሁንድ “ሆ” ጄቻ ሰገሌ መለከታቲን ታቦተ ዋቀዮ ፍደን። See the chapter |