2 ሳሙኤል 6:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Daawit ammas Israa'eloota keessaa namoota fo'amoo kuma soddoma walitti in qabe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Daawit ammas namoota Israaʼel keessaa filataman kuma soddoma walitti qabate. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ዳዊት አመስ ነሞተ እስራኤል ኬሳ ፍለተመን ኩመ ሶዶመ ወልት ቀበቴ። See the chapter |