2 ሳሙኤል 5:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Yommus Daawit masaraa isa qabate sana keessa in jiraate; kanaaf iddoo kana,<<Mandara Daawit>> jedhee moggaase; inni lafa <<Miiloo>> jedhamu kaasee gara keessaatti masaraa mandaraa jabeessee in ijaare. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Daawitis iddoo jireenya isaa daʼannoo sana godhatee Magaalaa Daawit jedhee moggaase. Inni Miiloodhaa jalqabee naannoo ishee marsee ijaare. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዳዊትስ እዶ ጅሬኘሳ ደአትኖ ሰነ ጎዸቴ መጋላ ዳዊት ጄዼ ሞጋሴ። እን ሚሎዻ ጀልቀቤ ናኖሼ መርሴ እጃሬ። See the chapter |