Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 5:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Gaafas Daawit namoota isaatiin,<<Namni Yibusoota warra naafa, warra jaamaa, warra ani ijumaan arguu jibbu kana rukutuu barbaadu karaa jal'isii bishaanii haa ba'u!>> jedhe; kanaaf namoonni boodana,<<Warri jaamaanii fi warri naafti mana qulqullummaatti ol hin galan!>> jedhan.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Daawitis gaafas, “Namni Yebuusota dhaʼuuf baʼu kam iyyuu, ‘naafotaa fi jaamota’ lubbuu Daawitiin jibbaman bira gaʼuuf karaa boʼoo bishaaniitiin darbuu qaba” jedhe. Sababiin isaan, “ ‘Jaamonnii fi naafonni’ masaraa mootii hin seenan” jedhaniif kanuma.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ዳዊትስ ጋፈስ፣ “ነምን ዬቡሶተ ዸኡፍ በኡ ከምዩ፣ ‘ናፎታፊ ጃሞተ’ ሉቡ ዳዊቲን ጅበመን ብረ ገኡፍ ከራ ቦኦ ብሻኒቲን ደርቡ ቀበ” ጄዼ። ሰበቢን እሳን፣ “ ‘ጃሞትኒፊ ናፎትን’ መሰራ ሞቲ ህንሴነን” ጄዸኒፍ ከኑመ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 5:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements