2 ሳሙኤል 5:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Daawit yommuu mootii ta'e, nama waggaa soddomaa ture; waggaa afurtama immoo in mo'e. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Daawit yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa soddoma ture; innis waggaa afurtama bulche. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዳዊት ዬሮ ሞቲ ተኤት ኡሙሪንሳ ወጋ ሶዶመ ቱሬ፤ እንስ ወጋ አፉርተመ ቡልቼ። See the chapter |