2 ሳሙኤል 5:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Daawit akkuma Waaqayyo isa abboome in godhe; inni Giibe'onii kaasee hamma Gezeritti loltoota Filisxeem duukaa bu'ee in rukute*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Kanaafuu Daawit akkuma Waaqayyo isa ajaje sana Gibeʼoon jalqabee hamma Geeziritti Filisxeemota dhaʼe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 ከናፉ ዳዊት አኩመ ዋቀዮ እሰ አጀጄ ሰነ ግቤኦን ጀልቀቤ ሀመ ጌዝርት ፍልስጤሞተ ዸኤ። See the chapter |