2 ሳሙኤል 5:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Yommus Daawit,<<Warra Filisxeem kanatti duuluu>> Ati harka koo keessa isaan in buuftaa?>> jedhee Waaqayyoon in gaafate; Waaqayyo immoo,<<Ani raawwadhee Filisxeemota harka kee keessa buuseeraatii, itti duuli!>> jedheen*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 kanaafuu Daawit, “Ani baʼee Filisxeemota dhaʼuu? Ati dabarsitee harka kootti isaan kennitaa?” jedhee Waaqayyoon gaafate. Waaqayyos, “Baʼi; ani dhugumaan Filisxeemota dabarsee harka keetti nan kennaatii” jedhee deebiseef. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ከናፉ ዳዊት፣ “አን በኤ ፍልስጤሞተ ዸኡ? አት ደበርስቴ ሀርከኮት እሳን ኬንታ?” ጄዼ ዋቀዮን ጋፈቴ። ዋቀዮስ፣ “በእ፤ አን ዹጉማን ፍልስጤሞተ ደበርሴ ሀርከኬት ነንኬናቲ” ጄዼ ዴብሴፍ። See the chapter |