2 ሳሙኤል 4:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Daawit garuu deebisee Rekaabii fi obboleessa isaa Ba'anaa ilmaan Rimoon nama Beroot sanaan,<<Dhugaa Waaqayyo isa jiraataa, isa rakkina hundumaa keessaa na baasee ti! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Daawit immoo Rekaabii fi obboleessa isaa Baʼanaa, ilmaan Rimoonii namicha gosa Biʼeerootaa sanaan akkana jedhe; “Dhugaa Waaqayyo jiraataa isa rakkina hunda jalaa na baase sanaa, See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዳዊትሞ ሬካቢፊ ኦቦሌሰሳ በአና፣ እልማን ርሞኒ ነምቸ ጎሰ ብኤሮታ ሰናን አከነ ጄዼ፤ “ዹጋ ዋቀዮ ጅራታ እሰ ረክነ ሁንደ ጀላ ነ ባሴ ሰና፣ See the chapter |