Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 4:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Mataa Ish-Bosheet sana Kebroonitti Daawit mootichatti geessanii,<<Mataan Ish-Bosheet ilma Saa'ol, isa diina kee ta'ee si ajjeesuu yaalee kunoo ti! Waaqayyo har'a Saa'ol irratti, sanyii isaa irrattis si gooftaa keenya mootichaaf ijaa baaseera>> jedhaniin.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Isaanis Kebroonitti mataa Iish-Booshet gara Daawit mootichaa fidanii, “Kunoo mataa Iish-Booshet ilma diina kee Saaʼol kan ilma namicha si ajjeesuu barbaadu sanaa. Harʼa Waaqayyo Saaʼolii fi sanyii isaa illee gooftaa koo mootichaaf haaloo baaseera” jedhaniin.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 እሳንስ ኬብሮንት መታ ኢሽ-ቦሼት ገረ ዳዊት ሞትቻ ፍደኒ፣ “ኩኖ መታ ኢሽ-ቦሼት እልመ ዲነኬ ሳኦል ከን እልመ ነምቸ ስ አጄሱ በርባዱ ሰና። ሀርአ ዋቀዮ ሳኦሊፊ ሰኚሳሌ ጎፍታኮ ሞትቻፍ ሃሎ ባሴረ” ጄዸኒን።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 4:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements