Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 4:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Isaan utuu inni mana hirribaa isaa keessa siree isaa irra ciisaa jiruu, ol lixanii isa rukutanii ajjeesanii, mataa isaa irraa in kutan; kana booddee mataa isaa fuudhanii karaa dachaa Yordaanos ba'anii halkan guutuu adeemaa bulan.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Isaanis utuu inni kutaa ciisichaa keessa siree isaa irra rafee jiruu ol seenan. Erga garaa isaa waraananii isa ajjeesanii booddees mataa isaa irraa kutan. Mataa sanas fuudhanii halkan guutuu daandii Arabbaa irra deemaa bulan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 እሳንስ ኡቱ እን ኩታ ጪስቻ ኬሰ ስሬሳረ ረፌ ጅሩ ኦል ሴነን። ኤርገ ገራሳ ወራነኒ እሰ አጄሰኒ ቦዴስ መታሳራ ኩተን። መታ ሰነስ ፉዸኒ ሀልከን ጉቱ ዳንዲ አረባረ ዴማ ቡለን።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 4:7

Follow us:

Advertisements


Advertisements