2 ሳሙኤል 4:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 isaan akka waan qamadii fudhachuu dhaqanii fakkeessanii, kutaa manaa isa gara keessaatti ol lixanii garaa isaa in waraanan; kana booddees Rekaabii fi Ba'anaan obboleessi isaa hafuura dhokfatanii ba'anii in sokkan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Isaanis akka nama qamadii barbaaduutti kutaa manaa isa gara keessaatti ol seenanii garaa isaa waraanan. Ergasiis Rekaabii fi obboleessi isaa Baʼanaan miliqanii baʼan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እሳንስ አከ ነመ ቀመዲ በርባዱት ኩታ መና እሰ ገረ ኬሳት ኦል ሴነኒ ገራሳ ወራነን። ኤርገሲስ ሬካቢፊ ኦቦሌስሳ በአናን ምልቀኒ በአን። See the chapter |