Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 4:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Rekaabii fi Ba'anaan ilmaan Rimoon nama Beroot ka'anii, Ish-Bosheet ciisee utuu aara galfachaa jiruu, aduu saafaa keessa mana isaa in ga'an;

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Rekaabii fi Baʼanaan ilmaan Rimoon namicha gosa Biʼeeroot kaʼanii gara mana Iish-Boosheti qajeelan; yeroon isaan itti achi gaʼanis guyyaa saafaa yeroo inni itti aara galfatu ture.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ሬካቢፊ በአናን እልማን ርሞን ነምቸ ጎሰ ብኤሮት ከአኒ ገረ መነ ኢሽ-ቦሼት ቀጄለን፤ ዬሮን እሳን እት አች ገአንስ ጉያ ሳፋ ዬሮ እን እት ኣረ ገልፈቱ ቱሬ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 4:5

Follow us:

Advertisements


Advertisements