Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 4:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Yonaataan ilmi Saa'ol, ilma miilli isaa lachuu naafate tokko qaba ture; oduun waa'ee du'a Saa'olii fi du'a Yonaataan Yizre'elii ba'ee yommuu dhaga'ame, ilmi isaa kun mucaa waggaa shanii ti; guddiftuun mucichaa isa ol fuutee baattee in baqatte; isheen baqachuudhaaf utuu ariifattu, mucichi ishee irraa kufee in naafate; maqaan isaa immoo Mefii-Bosheet ture*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Yoonaataan ilmi Saaʼol mucaa miilli isaa lachuu naafate tokko qaba ture. Yeroo oduun waaʼee Saaʼolii fi Yoonaataan Yizriʼeel irraa dhufetti inni nama waggaa shanii ture. Guddiftuun isaas isa fudhattee baqatte; garuu utuu isheen baqachuuf ariifattuu mucichi ishee irraa kufee naafate. Maqaan isaas Mefiibooshet jedhama ture.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ዮናታን እልም ሳኦል ሙጫ ሚልሳ ለቹ ናፈቴ ቶኮ ቀበ ቱሬ። ዬሮ ኦዱን ዋኤ ሳኦሊፊ ዮናታን ይዝርኤልራ ዹፌት እን ነመ ወጋ ሸኒ ቱሬ። ጉድፍቱንሳስ እሰ ፉዸቴ በቀቴ፤ ገሩ ኡቱ እሼን በቀቹፍ አሪፈቱ ሙጭች እሼራ ኩፌ ናፈቴ። መቃንሳስ ሜፊቦሼት ጄዸመ ቱሬ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 4:4

Follow us:

Advertisements


Advertisements