2 ሳሙኤል 4:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Achumaan Daawit namoota isaa in abboome; isaanis ilmaan Rimoon sana ajjeesanii harka isaanii fi miilla isaanii irraa ciranii mandara Kebroon keessatti kuufama bishaanii bukkeetti reeffa isaanii in rarraasan; mataa Ish-Bosheet immoo fuudhanii mandara Kebroon keessatti, awwaala Abneer biratti in awwaalan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Kanaafuu Daawit namoota isaa ajaje; isaanis jara ajjeesan. Harkaa fi miilla isaanii irraa kukkutanii haroo Kebroon biratti reeffa isaanii fannisan. Mataa Iish-Booshet garuu fuudhanii Kebroonitti awwaala Abneer biratti awwaalan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ከናፉ ዳዊት ነሞተሳ አጀጄ፤ እሳንስ ጀረ አጄሰን። ሀርካፊ ሚለሳኒራ ኩኩተኒ ሀሮ ኬብሮን ብረት ሬፈሳኒ ፈንሰን። መታ ኢሽ-ቦሼት ገሩ ፉዸኒ ኬብሮንት አዋለ አብኔር ብረት አዋለን። See the chapter |