2 ሳሙኤል 4:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Caalaadhumatti isin namoota jal'oota, warra nama balleessaa hin qabne mana isaa keessatti siree isaa irratti ajjeeftan, ani immoo harka keessan keessaa dhiiga isaa hin barbaaduu ree>> Lafa irraas isin hin balleessuu ree?>> jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Yoos yeroo namoonni hamooni nama balleessaa hin qabne tokko mana isaa keessatti, siree isaa irratti ajjeesanitti ani dhiiga isaa harka keessan irraa hin barbaaduu ree? Lafa irraas hin balleessuu ree?” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ዮስ ዬሮ ነሞትን ሀሞን ነመ በሌሳ ህንቀብኔ ቶኮ መነሳ ኬሰት፣ ስሬሳረት አጄሰንት አን ዺገሳ ሀርከኬሰንራ ህንበርባዱሬ? ለፈራስ ህንበሌሱሬ?” See the chapter |