Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 4:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Namni tokko oduu gaarii se'ee,<<Saa'ol in du'e>> jedhee yommuu anatti himetti, ani immoo isa qabsiiseen Siiqlaagitti isa ajjeesise; gatii oduu isaatiif kanan kenneef kana ture*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 kunoo ani namicha waan oduu gaarii naa fide seʼee, ‘Saaʼol duʼeera’ jedhee natti hime sana qabee Siiqlaagitti ajjeeseera. Egaa wanni ani namicha oduu sana fide badhaase kana dha!

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ኩኖ አን ነምቸ ዋን ኦዱ ጋሪ ና ፍዴ ሴኤ፣ ‘ሳኦል ዱኤረ’ ጄዼ ነት ህሜ ሰነ ቀቤ ሲቅላግት አጄሴረ። ኤጋ ወን አን ነምቸ ኦዱ ሰነ ፍዴ በዻሴ ከነዸ!

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 4:10

Follow us:

Advertisements


Advertisements