Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 4:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Abneer mandara Kebroonitti akka ajjeefame Ish-Bosheet ilmi Saa'ol yommuu dhaga'e, humni isa in bu'e, Israa'eloonnis guutummaatti in na'an*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Iish-Booshet ilmi Saaʼol yommuu akka Abneer Kebroonitti ajjeefame dhagaʼetti humni isaa ni buʼe; Israaʼel hundis sodaan guutame.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 ኢሽ-ቦሼት እልም ሳኦል ዮሙ አከ አብኔር ኬብሮንት አጄፈሜ ዸገኤት ሁምንሳ ንቡኤ፤ እስራኤል ሁንድስ ሶዳን ጉተሜ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 4:1

Follow us:

Advertisements


Advertisements