2 ሳሙኤል 3:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Yeroo namoota Saa'olii fi namoota Daawit gidduutti lolli ta'e, Abneer namoota Saa'ol gidduutti aboo isaa in jabeessa ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Yeroo mana Saaʼolii fi mana Daawit gidduu waraanni turetti Abneer mana Saaʼol irratti humna isaa jabeeffachaa ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዬሮ መነ ሳኦሊፊ መነ ዳዊት ግዱ ወራን ቱሬት አብኔር መነ ሳኦልረት ሁምነሳ ጀቤፈቻ ቱሬ። See the chapter |