2 ሳሙኤል 3:39 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo39 Ani mootii isa dibamee moosifame ta'ee yoon jiraadhe iyyuu, har'a humna dhabeera; ilmaan Zeruyaan deesse kun anatti jabaataniiru; nama wanta hamaa hojjetuuf, akkuma hammina hojii isaatii sanatti Waaqayyo haa deebisuuf!>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa39 Ani mootii dibame taʼu illee harʼa nama dadhabaa dha; ilmaan Zeruuyaa kunneen natti jabaataniiru. Waaqayyo nama waan hamaa hojjetuuf akkuma hammina hojii isaatti isaaf haa kennu!” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ39 አን ሞቲ ድበሜ ተኡሌ ሀርአ ነመ ደዸባዸ፤ እልማን ዜሩያ ኩኔን ነት ጀባተኒሩ። ዋቀዮ ነመ ዋን ሀማ ሆጄቱፍ አኩመ ሀምነ ሆጂሳት እሳፍ ሃኬኑ!” See the chapter |