2 ሳሙኤል 3:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 inni lammaffaan, Kiile'aab isa Abigaayil, ishee Naabaal namni biyya Qarmelos irraa du'e deesseef; inni sadaffaan, Abiishaalom isa Ma'akaan intalli Talmaayi mootii Geshuur deesseef*; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 inni lammaffaan Kiliʼaab ilma Abiigayiil isheen Naabaal namichi biyya Qarmeloos irraa duʼe sun deessee dha; sadaffaan Abesaaloom ilma Maʼakaa kan intalli Talmaayi mooticha Geshuur sun deessee dha; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 እን ለመፋን ክልኣብ እልመ አቢገዪል እሼን ናባል ነምች ብየ ቀርሜሎስራ ዱኤ ሱን ዴሴዸ፤ ሰደፋን አቤሳሎም እልመ መአካ ከን እንተል ተልማይ ሞትቸ ጌሹር ሱን ዴሴዸ፤ See the chapter |