2 ሳሙኤል 3:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Yommus Yo'aab gara mootichaa dhaqee,<<Ati maal gochuu kee ti>> Kunoo, Abneer si bira dhufee ture, amma garuu inni sokkeera; ati immoo maaliif akka inni adeemuuf gad isa dhiifte>> See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Kanaafuu Yooʼaab gara mootichaa dhaqee akkana jedhe; “Maali gochuu kee ti? Kunoo Abneer gara kee dhufee ture. Ati Maaliif isa geggeessite? Inni amma deemeera! See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ከናፉ ዮኣብ ገረ ሞትቻ ዸቄ አከነ ጄዼ፤ “ማል ጎቹኬት? ኩኖ አብኔር ገረኬ ዹፌ ቱሬ። አት ማሊፍ እሰ ጌጌስቴ? እን አመ ዴሜረ! See the chapter |