2 ሳሙኤል 3:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Waaqayyo,<<Karaa Daawit garbicha koo saba koo Israa'elin harka warra Filisxeemotaa keessaa, harka diinota isaanii hundumaa keessaas nan baasa>> jedhee waa'ee isaatiif abdachiiseera; egaa amma akkuma yaaddan godhaa!>> jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Waaqayyo, ‘Ani garbicha koo Daawitiin saba Israaʼel harka Filisxeemotaatii akkasumas harka diinota isaanii hundaa keessaa nan baasa’ jedhee abdachiiseeraatii isin waan kana galmaan gaʼaa!” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ዋቀዮ፣ ‘አን ገርብቸኮ ዳዊቲን ሰበ እስራኤል ሀርከ ፍልስጤሞታቲ አከሱመስ ሀርከ ዲኖተሳኒ ሁንዳ ኬሳ ነንባሰ’ ጄዼ አብደቺሴራቲ እስን ዋን ከነ ገልማን ገኣ!” See the chapter |