2 ሳሙኤል 3:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Ergasii Abneer mari'achuudhaaf jaarsolii Israa'elootaa bira dhaqee,<<Isin kanaan dura Daawit mootii akka isiniif ta'u barbaaddanii turtan; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Abneer maanguddoota Israaʼel wajjin mariʼatee akkana jedhe; “Isin kanaan dura akka Daawit mootii keessan taʼu hawwaa turtan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 አብኔር ማንጉዶተ እስራኤል ወጅን መርአቴ አከነ ጄዼ፤ “እስን ከናን ዱረ አከ ዳዊት ሞቲኬሰን ተኡ ሀዋ ቱርተን። See the chapter |