2 ሳሙኤል 3:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Abbaan manaa ishee garuu boo'aa hamma mandara Bahuriimitti ishee duukaa in adeeme; Abneer immoo namichaan,<<Deebi'ii gali!>> jedhe; innis deebi'ee in gale. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Dhirsi ishees hamma magaalaa Bahuuriimitti booʼaa ishee duukaa buʼe. Abneeris, “Mana keetti deebiʼi!” jedheen. Kanaafuu inni ni deebiʼe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ዽርስሼስ ሀመ መጋላ በሁሪምት ቦኣ እሼ ዱካ ቡኤ። አብኔርስ፣ “መነኬት ዴብእ!” ጄዼን። ከናፉ እን ንዴብኤ። See the chapter |