2 ሳሙኤል 3:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Kana booddees Daawit namoota tokko Ish-Bosheetitti ergee,<<Mikaal haadha manaa koo ishee ani fuudhuudhaaf misa warra Filisxeemotaa dhibba tokko baasee kaadhimadhe anaaf galchi!>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Ergasiis Daawit, “Niitii koo ishee ani misaa Filisxeemota dhibba tokkootiin kaadhimadhe Miikaalin naa ergi” jedhee Iish-Booshet ilma Saaʼolitti ergamoota erge. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ኤርገሲስ ዳዊት፣ “ኒቲኮ እሼ አን ምሳ ፍልስጤሞተ ዽበ ቶኮቲን ካዽመዼ ሚካልን ና ኤርግ” ጄዼ ኢሽ-ቦሼት እልመ ሳኦልት ኤርገሞተ ኤርጌ። See the chapter |