2 ሳሙኤል 3:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Lolli namoota Saa'olii fi namoota Daawit gidduutti ta'e yeroo dheeraa ture; Daawit jabaachaa adeeme; namoonni Saa'ol garuu ittumaa humna dhabaa in adeeman*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Mana Saaʼolii fi mana Daawit gidduu waraana bara dheeraatu ture. Yeroo Daawit jabaachaa deemetti manni Saaʼol immoo dadhabaa deeme. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 መነ ሳኦሊፊ መነ ዳዊት ግዱ ወራነ በረ ዼራቱ ቱሬ። ዬሮ ዳዊት ጀባቻ ዴሜት መን ሳኦልሞ ደዸባ ዴሜ። See the chapter |