2 ሳሙኤል 2:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Kun ta'aa utuu jiruu, Abneer ilmi Neer ajajaan loltoota Saa'ol dhaqee, Ish-Bosheet ilma Saa'ol fuudhee Mahanaayimitti in ceesise*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Yeroo sanatti Abneer ilmi Neer ajajaan waraanaa Saaʼol Iish-Booshet ilma Saaʼol fuudhee gara Mahanayiimitti dabarse. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዬሮ ሰነት አብኔር እልም ኔር አጀጃን ወራና ሳኦል ኢሽ-ቦሼት እልመ ሳኦል ፉዼ ገረ መሀነዪምት ደበርሴ። See the chapter |