2 ሳሙኤል 2:31 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo31 Namoonni Daawit garuu namoota Benyaamiin warra Abneerii wajjin turan keessaa nama dhibba sadii fi jaatama rukutanii in ajjeesan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa31 Namoonni Daawit garuu namoota Beniyaam keessaa warra Abneer wajjin turan dhibba sadii fi jaatama ajjeesan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ31 ነሞትን ዳዊት ገሩ ነሞተ ቤንያም ኬሳ ወረ አብኔር ወጅን ቱረን ዽበ ሰዲፊ ጃተመ አጄሰን። See the chapter |