2 ሳሙኤል 2:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Kana malees Daawit namoota isaa wajjin turan maatii isaanii wajjin fudhatee ol in ba'e; isaanis Kebroonii fi naannoo ishee keessa in taa'an. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Daawit namoota isa wajjin turan tokkoo tokkoo isaanii maatii isaanii wajjin fudhate; isaanis magaalaawwan Kebroon keessa qubatan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዳዊት ነሞተ እሰ ወጅን ቱረን ቶኮ ቶኮሳኒ ማቲሳኒ ወጅን ፉዸቴ፤ እሳንስ መጋላወን ኬብሮን ኬሰ ቁበተን። See the chapter |