2 ሳሙኤል 2:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Abneerii fi namoonni isaa halkan guutuu dachaa Yordaanos keessa adeemaa bulan; laga Yordaanos ce'anii ganama sana guutuu ittuma fufanii adeemanii, Mahanaayim in ga'an. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Abneerii fi namoonni isaa halkan sana guutuu Arabbaa keessa yaaʼanii darban. Isaanis Laga Yordaanos ceʼanii guutummaa Biitroon keessa darbanii gara Mahanayiim dhufan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 አብኔሪፊ ነሞትንሳ ሀልከን ሰነ ጉቱ አረባ ኬሰ ያአኒ ደርበን። እሳንስ ለገ ዮርዳኖስ ጬአኒ ጉቱማ ቢትሮን ኬሰ ደርበኒ ገረ መሀነዪም ዹፈን። See the chapter |