2 ሳሙኤል 2:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Yo'aabii fi Abiishaayi garuu karaa isaanii immoo Abneerin in ari'an; biiftuun yommuu lixxe isaan gaara Amaa gubbaa in ga'an; innis fuullee Giiyaa karaa isa Giibe'on irraa gara lafa onaatti geessu irratti in argama. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Yooʼaabii fi Abiishaayi garuu Abneerin ariʼan; isaanis yeroo aduun dhiʼetti gaara Amaa kan karaa gammoojjii Gibeʼoonitti geessu irra Giiyaatti garagalee argamu sana gaʼan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ዮኣቢፊ አቢሻይ ገሩ አብኔርን አርአን፤ እሳንስ ዬሮ አዱን ዽኤት ጋረ አማ ከን ከራ ገሞጂ ግቤኦንት ጌሱረ ጊያት ገረገሌ አርገሙ ሰነ ገአን። See the chapter |