2 ሳሙኤል 2:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Asaahel garuu isattii jal'achuu in dide; kana irratti Abneer jinfuu eeboo isaatiin garaa isaa waraanee eeboo dugda isaa keessa in baase; Asaahel kufee iddoodhuma sanatti in du'e; namni hundinuu lafa Asaahel kufee itti du'e yommuu ga'u, takka achi in dhaabata ture*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Asaaheel garuu isa ariʼuu hin dhiifne; kanaafuu Abneer qara eeboo isaatiin garaa isaa waraane; eeboon sunis keessa fullaʼee dugda isaatiin baʼe. Asaaheelis achitti kufee yommuu suma duʼe. Namni hundis iddoo Asaaheel itti kufee duʼe sana gaʼee dhaabata ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 አሳሄል ገሩ እሰ አርኡ ህንዺፍኔ፤ ከናፉ አብኔር ቀረ ኤቦሳቲን ገራሳ ወራኔ፤ ኤቦን ሱንስ ኬሰ ፉለኤ ዱግደሳቲን በኤ። አሳሄልስ አችት ኩፌ ዮሙሱመ ዱኤ። ነምን ሁንድስ እዶ አሳሄል እት ኩፌ ዱኤ ሰነ ገኤ ዻበተ ቱሬ። See the chapter |