2 ሳሙኤል 2:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Yeroo kana dargaggoonni kudha lama Benyaamiinii fi Ish-Bosheet ilma Saa'oliif ka'anii in dhaabatan; kan Daawit immoo dargaggoonni kudha lama isaanitti gara galanii in dhaabatan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Kanaafuu Beniyaam irraa namoonni kudha lama Iish-Booshet ilma Saaʼoliif, namoonni kudha lama immoo kaʼanii Daawitiif lakkaaʼaman. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ከናፉ ቤንያምራ ነሞትን ኩዸ ለመ ኢሽ-ቦሼት እልመ ሳኦሊፍ፣ ነሞትን ኩዸ ለመሞ ከአኒ ዳዊቲፍ ለካአመን። See the chapter |