2 ሳሙኤል 2:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Yo'aab inni Zeruyaan deesse, namoonni Daawitis ba'anii, kuufama bishaan Giibe'on biratti isaanitti in dhufan; kutanni inni kaan immoo kuufama bishaanichaa garasiin, kutanni tokko immoo kufama bishaanichaa garanaan in taa'an. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Yooʼaab ilmi Zeruuyaa fi namoonni Daawit isaan simachuuf baʼanii haroo Gibeʼoon biratti itti dhufan. Gareen tokko gama tokkoon, gareen kaan immoo gama kaaniin haroo sana bira tataaʼan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ዮኣብ እልም ዜሩያፊ ነሞትን ዳዊት እሳን ስመቹፍ በአኒ ሀሮ ግቤኦን ብረት እት ዹፈን። ገሬን ቶኮ ገመ ቶኮን፣ ገሬን ካንሞ ገመ ካኒን ሀሮ ሰነ ብረ ተታአን። See the chapter |