2 ሳሙኤል 2:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Abneer ilmi Neer, namoonni Ish-Bosheet ilma Saa'olis Mahanaayimii ba'anii gara mandara Giibe'on in dhaqan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Abneer ilmi Neer namoota Iish-Booshet ilma Saaʼol sana wajjin Mahanayiimii kaʼanii gara Gibeʼoon dhaqan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 አብኔር እልም ኔር ነሞተ ኢሽ-ቦሼት እልመ ሳኦል ሰነ ወጅን መሀነዪሚ ከአኒ ገረ ግቤኦን ዸቀን። See the chapter |