2 ሳሙኤል 2:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Ish-Bosheet ilmi Saa'ol Israa'el irratti yommuu mootii ta'e, nama waggaa afurtamaa ture; inni waggaa lama in mo'e; namoonni Yihudaa garuu Daawituma duukaa in bu'an. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Iish-Booshet ilmi Saaʼol yeroo Israaʼel irratti mootii taʼetti umuriin isaa waggaa afurtama ture; innis waggaa lama moʼe. Taʼus manni Yihuudaa Daawit duukaa buʼe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ኢሽ-ቦሼት እልም ሳኦል ዬሮ እስራኤልረት ሞቲ ተኤት ኡሙሪንሳ ወጋ አፉርተመ ቱሬ፤ እንስ ወጋ ለመ ሞኤ። ተኡስ መን ይሁዳ ዳዊት ዱካ ቡኤ። See the chapter |