2 ሳሙኤል 12:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Ati garuu Uriiyaa Heetichi billaa Amoonotaatiin rukutamee akka ajjeefamu gootee, haadha manaa isaa haadha manaa kee godhatte; ija koo duratti wanta hamaa sana hojjechuudhaan maaliif dubbii koo tuffatte>> See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Ati maaliif waan ija isaa duratti hamaa taʼe hojjechuudhaan dubbii Waaqayyoo tuffatte? Ati Uuriyaa namicha Heet sana goraadeen ajjeeftee niitii isaa fudhatteerta. Ati goraadee Amoonotaatiin isa ajjeefte. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 አት ማሊፍ ዋን እጀሳ ዱረት ሀማ ተኤ ሆጄቹዻን ዱቢ ዋቀዮ ቱፈቴ? አት ኡርያ ነምቸ ሄት ሰነ ጎራዴን አጄፍቴ ኒቲሳ ፉዸቴርተ። አት ጎራዴ አሞኖታቲን እሰ አጄፍቴ። See the chapter |