2 ሳሙኤል 12:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 mana mootummaa gooftaa keetii, dubartoota isaas akka ati fudhattuuf siif kenneera; namoota Israa'elii fi namoota Yihudaa akka mootuuf siif kenneera; yoo kun sitti xinnaate immoo, kana caalaa iyyuu siif nan kennan ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Ani mana gooftaa keetii siif kenneera; niitota gooftaa keetii illee bobaa keetti siif kenneera. Ani mana Israaʼelii fi mana Yihuudaa siif kenneera. Utuu kunneen hundi sitti xinnaatanii silaa kana caalaa iyyuu siifin kenna ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 አን መነ ጎፍታኬቲ ሲፍ ኬኔረ፤ ኒቶተ ጎፍታኬቲሌ ቦባኬት ሲፍ ኬኔረ። አን መነ እስራኤሊፊ መነ ይሁዳ ሲፍ ኬኔረ። ኡቱ ኩኔን ሁንድ ስት ጥናተኒ ስላ ከነ ጫላዩ ሲፍን ኬነ ቱሬ። See the chapter |