Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 12:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Naataan kana irratti Daawitiin,<<Namni kana godhe si! Waaqayyo gooftaan Israa'el,<<Israa'el irratti mootii akka taatuuf anatu dibee si moosise, harka Saa'olis si oolche;

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Naataanis Daawitiin akkana jedhe; “Namichi sun suma! Waaqayyo Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Ani Israaʼel irratti mootii godhee si dibeera; harka Saaʼol jalaas si baaseera.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ናታንስ ዳዊቲን አከነ ጄዼ፤ “ነምች ሱን ሱመ! ዋቀዮ ዋቅን እስራኤል አከነ ጄዸ፦ ‘አን እስራኤልረት ሞቲ ጎዼ ስ ድቤረ፤ ሀርከ ሳኦል ጀላስ ስ ባሴረ።

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 12:7

Follow us:

Advertisements


Advertisements